Tuesday, October 4, 2011

BEST OF ALL OROMO LEGEND ARTISTS

WEL COME TO BESR OF DIRE OROMIYAA AUDIO VIDEO PLAYLIST ENJOY AND INVITE FRIENDS TOO HAVE NICE MOMENT & TAY TUNEDhttp//www.reverbnation.com/direoromiyaa/

Saturday, September 24, 2011

OROMIA CULTURAL MEDIA

NEW OROMO GENERATION  ,the Young oromo new generation Rapper Baahkoo Shaakisso .He;s new clip watch it and listen his melodious sound .Posted by Eliasdire oromo comuunity independent volonteer activist.
BEAUTIFUL OROMO CULTURAL STYLIST LEMUUNA

KOWSER OROMO CULTURAL MODEL


YOUNG OROMO LADYPROUD OF HER CULTURE


OROMO RAPPER BAHKO SHAKISSO


july2011 LEGEND OROMO ARTISTDr.ALI BIRAA


 OROMIA MEDIA

Sunday, August 28, 2011

NEW OROMO VIDEO MUSIC BY SALIHAA SAMII

WEEKLY OROMO NATION NEWS

21The HelpThe HelpMootumman Itophiyaa Lammiwaan oromoo Hidhaatii Guraa jiraa


Mootummaan Ethiopiaa gareelee mormitoo lammiiwwan Oromoo hidhaatti guuree himannaa irratti hin dhiyeessin jiru hatattamaan hiikuu qaba jechuu dhaan Human rights watch beeksisee jira.



New York keessa kan maadheffate waajjira itti aantuun directora Human Rights Watch-tti Roonaa Paaligan akka gabaasa kana kan baasneef dhimmi namoota hidhamanii waan nu yaaddesseefi jedhan.

Roonaa Paaligan akka jedhantti kan gabaasa kana gad dhiisneef lammiiwwan Oromoo hedduu as buuteen dhabameef himata malee hidhame kan mootummaan mormitoota waliin ta’anii na lolu jedhe hidhuu isaa ti.

Namoota himataman kana balleessaa isaanii illee hin beeknu. Nuti illee akka addunyaan mootummaa kana mudditee namoota hidhe kana yoo himannaa irratti dhiyeessu dhabe akka gadhiisuuf gaafachuutti jirra.

Mootummaan Ethiopiaa gareelee mormitoo lammiiwwan Oromoo hidhaatti guuree himannaa irratti hin dhiyeessin jiru hatattamaan hiikuu qaba jechuu dhaan Human rights watch beeksisee jira.

New York keessa kan maadheffate waajjira itti aantuun directora Human Rights Watch-tti Roonaa Paaligan akka gabaasa kana kan baasneef dhimmi namoota hidhamanii waan nu yaaddesseefi jedhan.

Roonaa Paaligan akka jedhantti kan gabaasa kana gad dhiisneef lammiiwwan Oromoo hedduu as buuteen dhabameef himata malee hidhame kan mootummaan mormitoota waliin ta’anii na lolu jedhe hidhuu isaa ti.

Namoota himataman kana balleessaa isaanii illee hin beeknu. Nuti illee akka addunyaan mootummaa kana mudditee namoota hidhe kana yoo himannaa irratti dhiyeessu dhabe akka gadhiisuuf gaafachuutti jirra. Buurqaa VOA
 By Eastern oromia Community